Is this you? As a journalist, you can create a free Muck Rack account to customize your profile, list your contact preferences, and upload a portfolio of your best work.
Claim your profile
Articles by Nanati Tadesse
የተቀናበረ፡ ምስሉ በትግራይ የተቀሰቀሰ አመፅን አያሳይም
ከ1100 በላይ ተከታይ ያለው የትዊተር አካውንት ግንቦት 16 ፤ 2014 ዓ.ም ላይ “ሰበር መረጃ’ በትግራይ ክልል አመፅ ተቀስቅሷል ፤ የትግራይ ህዝብ አብይ አህመድ ይምራን እያለ ነው” የሚል ፅሁፍ አያይዞ ሶስት ምስሎችን አጋርቶ ነበር። ይህ ፅሁፍ ለንባብ እስከበቃበት ጊዜ ድረስ የትዊተር ፖስቱ ከ80 በላይ ግብረ መልሶችን ሲያገኝ ከ30 ጊዜ በላይ ሪትዊት ተደርጓል። ይሁን እንጂ ሀቅቼክ ምስሎቹን መርምሮ የተቀናበረ ብሏቸዋል። በህወሓት እና በፌደራል መንግስቱ መካከል የተከሰተው ግጭት እስካሁን ድረስ መፍትሄ ያላገኘ ጉዳይ ሆኖ ቆይቷል። ህወሓት ጦርነቱ እንዲያበቃ የተኛውንም አይነት የዲፕሎማሲያዊ መንገዶችን እንደሚከተል እና ያ የማይሆን ከሆነ ግን መልሶ ወደ ጦርነቱ ሊገባ እንደሚችል ተናግሯል። ህወሓት የሰብዓዊ እና የመድሃኒት እርዳታ ወደትግራይ ክልል እንዳይገባ የፌደራል እና...
Soba: Suuraan kun reeffa lammiilee nagaa Amaaraa yeroo dhihootti mootummaan ajjeefaman hin agarsiisu. - HaqCheck
Facebook Twitter Telegram LinkedIn Email Caamsaa 26, 2022 ALA fuula tiwiitaraa irratti suuraan barrefama, “Reeffa lammiilee nagaa Amaaraa Gojjam keessatti humnoota mootummaatiin ajjeefaman.” jedhu waliin maxxanfamee ture. Barreeffamni kun hanga maxxanfamutti maxxansi kun yeroo 40 ol qoodamee deebii 47 argateera. Haa ta’u malee, HaqCheek suuraa kana qorachuun reeffa lammiilee nagaa Amaaraa Goojaam keessatti dhiheenya kana Mootummaan ajjeefaman akka hin agarsiifne mirkaneesse.
Kan qindaa’e: Suuraan kun fincila jimlaa tibbana Tigraay keessatti ka’e hin agarsiisu.
Akkaawuntiin Tiwitterii hordoftoota 1100 ol qabu tokko Caamsaa 24, 2022 maxxansa “Tigraay keessatti jeequmsi siiviilii ka’ee jira, ummanni Tigraay ‘Abiyi Ahimad nu haa hoogganu’ jechaa jiru.” jedhu qoodeeera. Suuraa irratti namoota hiriiranii mallattoo dhaadannoo adda addaa qabatanii barreeffama “Abiyi Ahimad nu haa hoogganu”, “Geetachoo Redaa yakkamaadha”, “TPLF hattuudha” jedhu qabatanii barreeffamoota biroo lama suuraawwan irratti barreessan waliin agarsiisu maxxansaniiru.
ምስሎቹ ኢትዮጵያ የታጠቀቻቸውን C-130 ሄርኩሊዝ የጦር አውሮፕላኖችን ያሳያል?
አንድ የፌስቡክ ፖስት ግንቦት 7 ፤ 2014 ዓ.ም ኢትዮጵያ የታጠቀቻቸው C-130 ሄርኩሊዝ ጀቶች የሚል ፅሁፍን አያይዞ አምስት ምስሎችን አጋርቶ ነበር። ይህ የፌስቡክ ፖስትም ከ44 ጊዜ በላይ ሲጋራ ከ500 በላይ ግብረ መልሶችንም ማግኘት ችሎ ነበር። ይሁን እንጂ ሀቅቼክ ምስሉን አጣርቶ መረጃውን በከፊል ሀሰት ብሎታል። በህወሓት እና በፌደራል መንግስቱ መካከል የተቀሰቀሰው ጦርነት እስካሁን ድረስ ያልተፈታ ችግር ሆኗል። ከጥቂት ወራት በፊት ለሰብዓዊ እርዳታ አቅርቦት በሚል በፌደራሉ መንግስት የቀረበውን የተኩስ አቁም ስምምነት በህወሓት ዘንድ ተቀባይነትን አግኝቶ የነበረ ሲሆን ይህ ስምምነት ለሰላም ንግግር እና ግጭቱን ለማቆም ትልቅ ዕድል እንደሚፈጥር ተገምቶ ነበር። የተኩስ አቁም ስምምነቱ ከታወጀ በኋላ በጠቅላይ ሚኒስትር አብይ አህመድ እና በህወሓት አመራር በሆኑት ደብረፅዮን...
Soba: suuraan kun miseensota humna ittisaa WBOtti makaman hin agarsiisu.
Facebook Twitter Telegram LinkedIn Email Fuulli Feesbuukii hordoftoota kuma 70 ol qabu tokko Caamsaa 14, 2022 ALA, barreeffama fi suuraa mata dureen isaa, “miseensonni raayyaa ittisa federaalaa hedduun Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO)tti makamuu isaanii dhageenyeerra.” jedhu maxxansee ture. Hanga barreeffamni kun maxxanfamutti maxxansichi deebii 200 ol kan argate yoo ta’u yeroo 20 ol qoodameera.
Soba: Suuraan kun walitti dhufinsa Ertiraa fi TPLF yeroo dhihooti uumame hin agarsiisu. - HaqCheck
Facebook Twitter Telegram LinkedIn Email Akkaawuntiin Feesbuukii aktiivistii beekamaa hordoftoota kuma 180 ol qabu tokkoo maxxansa” mootummaan Ertiraa akka gabaasetti TPLF halkan karaa Badmee fi Raamaa haleellaa bane, garuu loltoota isaanii kuma 13 ol dhabaniru.” jedhu gaafa Caamsaa 08, 2022 ALA maxxanse ture. Barreeffamni kun akka oduu haaraatti kan qoodame yoo ta’u, liinkii gara madda oduu kanaatti geessu walitti qabsiifamee jira.
Soba: Suuraan kun Yuunivarsiitii Deembi Doolloo agarsiisaa?
Facebook Twitter Telegram LinkedIn Email Fuulli Feesbuukii hordoftoota kuma 500 ol qabu tokko Caamsa 06, 2022 ALA, barreeffama suuraa sadii qabu maxxansuun “Waraanni Bilisummaa Oromiyaa (WBO) aanaa Dambii Dolloo humnaan dhuunfanne jedhe” jechuun gabaaseera. Suuraalee 3 maxxansa kana deeggaruuf maxxanfaman keessaa tokko barreeffama “Dembi Dolo University” jedhu suuraaratti barra’e qaba. Hanga barreeffamni kun maxxanfamutti barreeffamni kun deebii 3000 ol kan qabu yoo ta’u yeroo 900 ol qoodameera.
Soba: Haroon Laangaanoo Naannoo Gambellaatti hin Argamu.
Facebook Twitter Telegram LinkedIn Email Toori interneetaa weebsaayitii bashannanaa ‘Urban Matter’ jedhamu Caamsaa 10, 2022 barruu mata duree, “Iddoowwan hawaasa irraa fagaatanii boqotan 10” jedhu maxxanseera. Akkasumas iddoowwan boqonnaan itti fudhatamu biyyootasaa walin fi essatti boqonnaa -fudhachu akka qabnu yaada kena.
ሀሰት: ምስሉ ደምቢዶሎ ዩኒቨርስቲን አያሳይም
ከ500 ሺህ በላይ ተከታይ ያለው የፌስቡክ ገፅ ሚያዚያ 28 ቀን፣ “የኦሮሞ ነፃነት ሰራዊት ደምቢ ዶሎን መቆጣጠሩን ገለፀ” የሚል የፅሁፍ መግለጫ ያለው አንድ ምስል አጋርቶ ነበር። መረጃውንም ለመደገፍ ከተቀመጡ ሦስት ምስሎች መሀል በአንደኛው ላይ “ደምቢዶሎ ዩኒቨርሲቲ” በሚል በቀይ ቀለም ተፅፎበታል። ይህ ፅሁፍ ለንባብ እስከበቃበት ጊዜ ድረስ ይህ የፌስቡክ ፖስት ከ3ሺ በላይ ግብረ መልስ ሲያገኝ ከ 950 ጊዜ በላይ ተጋርቷል። ቢሆንም ሀቅቼክ በቀይ ቀለም “ደምቢ ዶሎ ዩኒቨርሲቲ” ተብሎ የተፃፈበትን ምስል ለማጣራት ባደረገው ምርመራ ምስሉ ደምቢዶሎ ዩንቨርሲቲን እንደማያሳይ አረጋግጧል። ይህም በመሆኑ ሀቅቼክ የፌስቡክ ፖስቱ መረጃውን ለመደገፍ የተጠቀመውን ምስል ትክክለኛነት አጣርቶ ሀሰት ብሎታል። የኦሮሞ ነፃ አውጪ ሰራዊት፣ የኦሮሞ ነፃ አውጪ ግንባር (ኦነግ) ወታደራዊ ክንፍ...
SOBA: Suuraan Kun Weerara Haaraa Humnoota TPLF hin Agarsiisu
Barreeffamni Telegram tokko chaanaalii Telegram miseensota kuma afur ol qabu irratti maxxansa isaanii keessatti “humnoonni Adda Bilisummaa Ummata Tigraay (TPLF) naannoo daangaa Tigraay fi Amaaraatti haleellaa haaraa bane” jechuun ba’e. Maxxansi kun kan mul’ate humnoota wayyaanee fi humnoota federaalaan durfaman gidduutti waraanni deebi’ee akka jalqabamu sodaatamu gidduutti. Haa ta’u malee, HaqCheck suuraa kana qorachuun, loltoota gidduutti waraana haaraa akka hin agarsiifne mirkaneesse.
ሀሰት: ምስሉ በቅርቡ በህገወጥ የመሬት ወረራ ተወስዶ ለእርሻ ስራ የዋለ ቦታን አያሳይም
ከ 2 ሚሊዮን በላይ ተከታይ ያለው የፌስቡክ ገፅ መጋቢት 26 ቀን፣ “በህገወጥ የሚወረረው ቦታ እያለቀ ሲመጣ በለሚ ኩራ ክፍለ ከተማ የወጣቶች ማዘውተርያ የሆኑ ሜዳዎችን ለገበሬ በሚል ሰበብ ለልዩ ጥቅመኞች እየታደለ ነው። ይሄ ሀያት አካባቢ ልጆች ሲጫወቱበት የነበረ ሜዳ ነው በንጋታው ሲመጡ ታርሶ ጠብቋቸዋል” የሚል የፅሁፍ መግለጫ ያለው አንድ ምስል አጋርቶ ነበር። ይህ ፅሁፍ ለንባብ እስከበቃበት ጊዜ ድረስ ይህ የፌስቡክ ፖስት ከ1500 በላይ ግብረ መልስ ሲያገኝ ከ 156 ጊዜ በላይ ተጋርቷል። ነገር ግን የፌስቡክ ፖስቱ ፅሁፉን ለመደገፍ የተጠቀመውን ምስል ትክክለኛነት አጣርቶ ሀሰት ሀቅቼክብሎታል። የቅርብ መረጃዎች በአዲስ አበባ ከተማ መጠነ ሰፊ ህገወጥ የመሬት ወረራ እንዳለ የጠቆሙ ሲሆን፤ በቃሊቲ ፣ በለሚ ኩራ፣ በቦሌ እና በንፋስ ስልክ ክፍለ ከተሞች ላይ በስፋት መስተዋሉንም...
False: The image doesn’t show a recently plowed land grabbed illegally
A Facebook page with more than 2,100,000 followers posted a claim with a picture on April 4 captioned, “As they are done with taking all the land with the illegal land grabbing, playfields of the youth at Lemi Kura sub-city are being distributed to the specially privileged ones in the name of farmers.
Show More
loading
Actions
Is this you?
As a journalist, you can create a free Muck Rack account to customize your profile, list your contact preferences, and upload a portfolio of your best work.Get in touch with Nanati
Contact Nanati, search articles and posts on X, monitor coverage, and track replies from one place.
Learn more about Muck Rack